Saturday, March 7, 2015

Wayoo wayo bosonaa biyaa koo sigubidee wayaanen kan ummataa gubidu itti hanqatee amamaa moo bosonaa gubutti katee ka'aa malee sabaa ko hammaa hotti tenyee gubaanaa kan qabeenyi keenya saman haqatee haraa bosonaa gubitti katee wayanen ka'aa malee hamaa hommitti tenyee gubanaa Walaloo Shamarree Oromo :Uuuuu....Uuuuuu Cilaaloo Gubanii

No comments:

Post a Comment