Thursday, October 31, 2013

Baqattoota Oromoo baayyinni isaanii 26 ta’an waraana mootummaa Keeniyaatiin qabaman.

Baqattoota Oromoo baayyinni isaanii 26 ta’an waraana mootummaa Keeniyaatiin qabaman.

Nairoobi, Keeniyaa | Onkoloolessa 29, 2013.
Baqattooti Oromoo baayyinaan 26 ta’an bakka mana jireenyaa qubatanii jirani keessaa hulaa manaa/balbala irratti cabsuudhan kaan bansiisuun waraanni Keeniyaa qabamuun beekame. Waraanni Keeniyaa halkan mana jala buluun Onkoloolessa gaafa 26, 2013 ganama barii sa’atii 06:20 tti baka maatiin ciisutti gaaffii tokko malee ulee fi dhiitichaan mana keessaa gadi guuruun konkolaataa pataroolii lamaan fuudhamanii mana hidhaa Poolisaa naannoo Eslii Baangaanii jedhamutti guyyaa tokkoof kan hidha yoo ta’u, baqattooti Oromoo kunneen ragaa baqataa seerummaa maandeta UNHCR qabaachuu agarsiisanillee humni keenyaa kun fudhachuu diduudhaan weeyrara guddaa ganda baqattootni Oromoo baay’inaan qubatan kanatti godhanin baqattoota Oromoo qaban guyyaa tokkoof mana hidhaa kanatti nyaataa fi bishaan malee olchaun darara turuun hubatameera. Miidhaa qaamaa guyyaa tokko irraa gahaa oolanii gara galgalaa erga baqattoonni kun UN fi NGO jiranitti iyyataniin booda baqattoota kana suuraa fi ashaaraa hedduu kaasuudhan Onkol. 30tti mana murtii farra-shororkeessummaa olaanaa Keeniyatti akka dhiheessitan jechuun harkaa baasuun beekameera.
Baqattooti Oromoo jiruu fi jireenyi biyya abbaa isaanii keessatti itti hadhaye lubbuu isaanii baafachuuf gara ollaa Oromiyaatti baqatan kana irratti mootumman Keniya Wayyaanee/TPLF waliin ta’uudhaan lammii Oromoo bakka isaan baqatan maratti dhabamsiisuu fi akka hin jiraanne gochuun kan ittin fufiinsaan geggeeffamaa jiru ta’uun isaa yaaddoo guddaa fi fala dhala Oromoo mara irraa akka lammiitti eegamu ta’uu keesa beektooti ni ibsu.
Maqaa baqattoota Oromoo mootummaa Keniyaatiin dharaan yakkamanii himati itti dhiyaate keessaa:
1- Abdataa Sha’aab – Baqataa
2- Amiir Aliyyii – ”
3- Zaakir Hamzaa – ”
4- Ruduwaan Nuuree – ”
5- Nabiil Jamaal
6- Abdulhakiim Abdullaahii – ”
7- Muniir Abdullaahii – ”
8- Hassan Abdullaahii – ”
9- Aarif Amiin – ”
10- Dursaa Haarun – ”
11- Bahar Mahammad
12- Abraahim Oromoo
13- Birraa Alii
14- Anawaar Mahammad
15- Abdurahiim fi hadhamanaa
16- Ra’iisaa /haadhamanaa/
17- Amiir Ahamad Usumaan
18- Ziyaad Dabbasoo
19- Gammachiis Ibsaa
20- Ahamad Nuuree
21- Ibsaa
22- Sa’id Umar /Jarman/
23- Abdii Alii Abbaas
24-
25.
26.
Namoota Olitti maqaan isaanii ibsame kun maatiin abbaa tokkootii fi abbaa manaa fi haati manaa waliin kan qabaman yammuu tahu manneen isaanii saka’atta’uun ulee fi qawween sodaachisanii kan qaban ta’uun beekameera. Kanneen UN jalatti beekumsa argatanii maandeta qaban 20 kan hafan ammoo warreen beellamaan UNtti deddeebi’aa akka ta’es hubatameera.
Kanaaf, mootummaan Keniyaas akkuma mootummaa abbaa irree Wayyaanee ilamaan Oromoo lubbuu isaanii baraarfachuuf lafa isaatti baqatan yakka dharaa tolchuudhaan miidhaa irraan gayaa waan jiruuf lammiin Oromoo marti iyyataa fi miidhama baqattoota Oromoo Naairoobi Keniyaatti gahaa jiru kana gara dhaabbilee mirga dhala namaaf falmani, akkasumas mootummoota dhiyaa fi saba himaalaee addunyaatti dabarsanii akka birmachiisaniif gaafatanii jiru.
1 comment - What do you think?

International Commission of Jurists (ICJ): Ethiopian Leaders to Face a Trial for Genocide

International Commission of Jurists (ICJ): Ethiopian Leaders to Face a Trial for Genocide

By Betre Yacob.
Ogaden2The International Commission of Jurists (ICJ) reported to have begun to work to bring Ethiopian authorities to justice for having committed a genocide in the Ogaden region. The International Commission of Jurists is a known international human rights organization composed of jurists (including senior judges, attorneys, and lawyers). The commission is known for its dedication to ensuring respect for international human rights standards through the law.
The report came right after different Swedish TV channels showed a movie smuggled out from Ogaden by an Ethiopian refugee, who had been a government official in the region. The 100 hours long movie is said to have many evidences of genocide committed by the Ethiopian government in the region.
Speaking to journalists, Stellan Diaphragm, the commissioner of the Commission, said that he would do everything necessary to bring the case to the International Criminal Court (ICC).
Reports indicate that although Ethiopia is not a member of the ICC, the country can possibly face trial for crimes under international law.
The Ogaden region is a territory in Eastern part of Ethiopia, and populated mainly by ethnic Somalis. Since 2007, the region has been a site of brutal struggle between the government troops and the Ogaden National Liberation Front (ONLF), a rebel group seeking for more autonomy for the region.
Different human right organizations accuse the Ethiopian government of committing grave human right violation (including genocide) against the civilians in attempt to control the ONLF’s public support.
According to the Genocide Wach, the crimes committed in the region include extrajudicial killings, arbitrary detention, rape, torture, disappearances, the destruction of livelihood, the burning of villages and the destroying of life stock.

Tuesday, October 29, 2013

AU is a shield for dictators

AU is a shield for dictators

 SET BY BAILE DERSEH MIHRETE | October 29, 2013
BAILE DERSEH MIHRETE
BAILE DERSEH MIHRETE
They, the so called Africans are plotting here in Addis Ababa to get a licence to oppress African people and exploit the continent`s resources without any consequences. Allowing with drawl from ICC is undermining justice and reinforcing violence and violation of Human Rights.
AU is nothing but a shield for dictators to abuse the power. They were given by the people, through their greed, Africa will continue to be exploited for resources while the children of Africa starve and slaughter each other for crumbs. Africans who try to rise for change are killed and intimated. The images of Africans continue to deteriorate not because of history of colonialism but because the leaders suppress the people to be independent or the government that delivers more poverty while selling Africa wealth to highest bidders.
Prime Minister Hailmariam Desalgn claims that Africa born organizations is too much concerned about African people than any others organizations. But in history of AU there has not been a single time that AU has raised its concern to stop the massacre of innocents, the plight of millions of refuges. Most regimes in Africa have designed a political system that is sustained by corruption and repression and are not strong enough to tolerate dissent. AU is for Africa dictators not for the poor and for the innocent people. So, how come this organization can bring justice and keep the continents interest?
African criminal in powerful get protected by other African criminals in power, the fact that the union is African born organization that does not add up to or mean, it is in the interest of Africans, it is instead protect the interests of the most corrupt and powerful few. As far as I know there was and is not time that the AU has brought or condemned the perpetrator of atrocity to justice. In fact these killers were /are among the union whom they condemn to. Their courts are impotent to yield justice for voiceless




and powerless and yet Prime Minister Hailmariam Desalgn theory shows how ignorant he is, it makes me think he has disconnected from facts.
African leader want green light to commit atrocity on their own citizens by claiming that ICC is racist. Let’s see the atrocity committed in Sudan, in Liberia, in Ethiopia, in Uganda, in Libya and in all across the continent. These leaders are shameless, they talk about injustice, these aging and corrupt autocrats who see their own citizens as their private garden.
They want to send a message that they are discriminated and they are singled out, etc. and yet they never treat their own peoples as human beings, they never work for their own people, they never get elected, they never solve injustice in the court instead their gun and prison are their tools. Prisons in Africa are full of people/kids, mothers, fathers, sisters, brothers, young and old. They simply are shame of Africa, they have no single moral authority to talk the injustice and the discrimination that they never had and have in their country legal system. They deny natural rights of their own people .Their jails are full of innocent people who want to stand against the injustice, they prosecute and kill the voiceless and the helpless other than their families and associates. They destroy families, they kill kids, rape women, deprive millions right to live in their own land and they commit other countless atrocity against humanity. They consume the most resource of their land. They are greedy, selfish and corrupt and yet their millions citizens are starving and have no access to basic necessity like water, food, house/shelter /and school.
What I have said is, in most Africa state there is a broken justice system, leaders who kill and destroy or commit atrocity in their own people and get away with it .who hold them accountable that is ICC .It is time for the  western nations and Americans to stand with the people instead of supporting armed criminal political regimes.

Sabboontoti Oromoo 69 ta’an Oromummaan Yakkamuun Mana Murtii Wayyaaneetti Dhihaatan

Sabboontoti Oromoo 69 ta’an Oromummaan Yakkamuun Mana Murtii Wayyaaneetti Dhihaatan.

bilisummaa1Onkoloolessa 28, 2013 (Qeerroo) — Onkoloolessa 24,2013 Oromummaan himatamanii akeeka ABO ummataaf ibsuun gaaffii mirga saba Oromoo yaada jedhuun uummata kakaafataniitu himata jedhuun ilmaan Oromoo 69 ta’an Galmee Tashaalee Bakkashoo jalatti sabboonti Oromoo 33 mana murtii mana murtii Federaalaa olaanaa Lidetaa dhaddacha 4ffaa dhihaachuu gabaasi jiru Qeerroo addeessa.
Kutaalee Oromiyaa bakkoota adda addaa irraa sababaa Oromummaa isaaniin yakkamuun Oromoonii bakkoota adda addaatti murtiin seeraa alaa itti kennamaa jiraatu illee ummanni Oromoo qabsoo diddaa gabruma takkaa illee hin dhaane.
Onkoloolessa 24,2013 mana murtii feederaalaa dhadacha 4ffaa kanneen dhaabbatan sabboontoti Oromoo 33 kanneen armaa gadii ta’uu beekama.
1. Tashaalee Bakkashoo
2. Tarfeessaa Magarsaa Hundee
3. Alamaayyoo Gaaromsaa
4. Mulaatuu Abdiisaa Goobanaa
5. Lijaalem Taaddasaa Hawwii
6. Hasan Mohaammed Usmaan
7. Addunyaa Lammeessaa Beenyaa
8. Milkeessaa Waaqjiraa Gammadaa
9. Saamsoon Alamuu Qixxeessaa
10. Gammachuu Ammishuu Galgaloo
11. Usmaan Umar
12. Jaarsoo Booruu Raaree
13. Usmaa’el Kaliifaa Muzayyil
14. Guutuu Mul’isaa Gaddafaa
15. Kaffaalee Faxxanaa Gabayyoo
16. Huseen Bariisoo Godaanaa
17. Tolosaa Bachoo Gichoo
18. Kaanuu Gunos Damissee
19. Ittaanaa Sambataa Tuuchoo
20. Abarraa Biqilaa Tolosaa
21. Hirphaa Duubee Deekam
22. Soorsaa Dabalaa Galaalchaa
23. Asfaaw Hangaasoo Baatii
24. Mohaammed Saalim Waaqoo
25. Bashir Daadhii Tulluu
26. Hasan Amaan Saggee
27. Muktaar Usmaan Harbee
28. Alamaayyoo Tolosaa Liiban
29. Tashaalaa Iddoosaa Dirribaa
30. Boontuu Wadaay Buuraa
31. Bulchaa Sooressaa Guyyee
32. Mazgabuu Dabalaa Waaqjiraa

Sabboontoti Oromoo 69 ta’an Oromummaan Yakkamuun Mana Murtii Wayyaaneetti Dhihaatan

Sabboontoti Oromoo 69 ta’an Oromummaan Yakkamuun Mana Murtii Wayyaaneetti Dhihaatan.

bilisummaa1Onkoloolessa 28, 2013 (Qeerroo) — Onkoloolessa 24,2013 Oromummaan himatamanii akeeka ABO ummataaf ibsuun gaaffii mirga saba Oromoo yaada jedhuun uummata kakaafataniitu himata jedhuun ilmaan Oromoo 69 ta’an Galmee Tashaalee Bakkashoo jalatti sabboonti Oromoo 33 mana murtii mana murtii Federaalaa olaanaa Lidetaa dhaddacha 4ffaa dhihaachuu gabaasi jiru Qeerroo addeessa.
Kutaalee Oromiyaa bakkoota adda addaa irraa sababaa Oromummaa isaaniin yakkamuun Oromoonii bakkoota adda addaatti murtiin seeraa alaa itti kennamaa jiraatu illee ummanni Oromoo qabsoo diddaa gabruma takkaa illee hin dhaane.
Onkoloolessa 24,2013 mana murtii feederaalaa dhadacha 4ffaa kanneen dhaabbatan sabboontoti Oromoo 33 kanneen armaa gadii ta’uu beekama.
1. Tashaalee Bakkashoo
2. Tarfeessaa Magarsaa Hundee
3. Alamaayyoo Gaaromsaa
4. Mulaatuu Abdiisaa Goobanaa
5. Lijaalem Taaddasaa Hawwii
6. Hasan Mohaammed Usmaan
7. Addunyaa Lammeessaa Beenyaa
8. Milkeessaa Waaqjiraa Gammadaa
9. Saamsoon Alamuu Qixxeessaa
10. Gammachuu Ammishuu Galgaloo
11. Usmaan Umar
12. Jaarsoo Booruu Raaree
13. Usmaa’el Kaliifaa Muzayyil
14. Guutuu Mul’isaa Gaddafaa
15. Kaffaalee Faxxanaa Gabayyoo
16. Huseen Bariisoo Godaanaa
17. Tolosaa Bachoo Gichoo
18. Kaanuu Gunos Damissee
19. Ittaanaa Sambataa Tuuchoo
20. Abarraa Biqilaa Tolosaa
21. Hirphaa Duubee Deekam
22. Soorsaa Dabalaa Galaalchaa
23. Asfaaw Hangaasoo Baatii
24. Mohaammed Saalim Waaqoo
25. Bashir Daadhii Tulluu
26. Hasan Amaan Saggee
27. Muktaar Usmaan Harbee
28. Alamaayyoo Tolosaa Liiban
29. Tashaalaa Iddoosaa Dirribaa
30. Boontuu Wadaay Buuraa
31. Bulchaa Sooressaa Guyyee
32. Mazgabuu Dabalaa Waaqjiraa

Norway: Bergen streets in the fight against torture

Norway: Bergen streets in the fight against torture

Ethiopians demonstrating against the systematic torture of political prisoners in the country

Saturday afternoon demonstrated Ethiopians against the abuse of dissidents in the country. Photo: Eirik Hagesæter
Saturday afternoon demonstrated Ethiopians against the abuse of dissidents in the country. Photo: Eirik Hagesæter
October 27, 2013, Norway (BA) – We demonstrate in order to put pressure on the Norwegian government and the international community, so they can put pressure on the regime in Ethiopia , says EBSS Tesema to BA.
He explains that many of them are asylum seekers from the region of Oromia in Ethiopia , where the systematic injustice taking place.
WHIPPED AND HUNG
Opposition politicians , journalists and regime critics are subjected to systematic torture at a police station in Addis Ababa , according to a Human Rights Watch report that was presented last week.
The police station is located in the heart of the capital Addis Abbeba in Oromia region .
Torture methods used include blow to the body with hard objects and flogging . Prisoners are also hung from the ceiling in very painful positions, writes Aftenposten.
Merciless
Ethiopia’s ruling party , Ethiopian People’s Revolutionary Democratic Front ( EPRDF ) , has ruled the country for over 20 years. Following the disputed elections in 2005 , the authorities have turned down hard on the opposition.
Anti -terror laws since 2009 have been used to imprison both journalists and dissidents .
It is these conditions Ethiopians in Bergen will have an end.
With banners with slogans like ” Stop the torture of Oromo ” and ” Stop lavishing “, and the use of megaphones , spread the message to people in the downtown streets.
-BA

994041_570974732975199_611814041_n487958_570974159641923_523665149_n1379691_570971786308827_1720289541_n779_570972082975464_240711029_n994377_570971779642161_952622807_n999382_570972562975416_837475806_n1375023_570971716308834_1147230212_n1380012_570971952975477_96224675_n601389_570972346308771_1226017447_n1378728_570972452975427_219070805_n1382089_570973476308658_856311826_n487936_570972626308743_800455601_n

Saturday, October 26, 2013

Ergaa gabaabaa ummata Oromoo irraa dhalatanii ilmaan Oromoo diinaaf dabarsaa keena jiraniif


Ergaa gabaabaa ummata Oromoo irraa dhalatanii ilmaan Oromoo diinaaf dabarsaa keena jiraniif

Kiyyaa Gonfa | Onkololessa 25, 2013
Kiyyaa Gonfaa
Kiyyaa Gonfaa
Yeroo amma kana ummanii Oromoo mirga ofii kabajsiisuuf akkasuumas biliisuumaa isaa gonfachuuf qabsoo gaggeefamaa jiruu keessaa warregama guddaa isa kafalchiisaa jiraa. Qabsoo kana keessatti Qeerroon, maangudoo fi shamarran osso hin jeedhiin huundinuu saggalee tokkoon kaayyoo tokkoof haarka wal-qabachuun biliisuumaa haawwaa jiran goonfachuuf hiidhamuu irraa kaassee haanga luubbuu isaanii darbuutti of dabarsanii keenaa jiruu. Kaayyoo kanaaf jeecha Oromooni kumaatamaan lakkaawaman mana hiidhaatti dukkana keessa rebbamaa jiruu darbees ajjeefamaa jiruu.
Qabsoon Oromoo qabsoo ummataatti, qabsoo mirgaatti, qabsoo biliisumaatti. qabsoo kana keessatti immoo Oromoon hunduu qoda fuudhachu qabaa. Haata`uutti lammiiwwan Oromoo takkoo takkoo faayyidaaf jeecha, garaa isaanii guuttachuuf jeecha ummata ofii dabarsanii diinaaf keenaa jiran huunduu badii dhifama hin qabnee ummata ofii irratti raawwachaa akka jiran beekamaa dha. Motuumaan TPLF diina Oromoo tahuun isaa dhifatti nii beekkamaa, haata`uutti TPLF caalla yeroo amma saba ofii midhaa kan jiran OROMOO ta`aani ummata keessaa deema ummata qulqulluu fiixaa fiiccisiisaa kan jiran namoota garaa isaaniif buullani dha. Diina kee diina tahuu isaa bartee off egdaa sabnii ofii qooree dhooqqee keessa tahee yeroo lamii ofii waraanu guddaa nama gaddiisiissaa.
Keessumayuu saba Oromoof kan dhaabbatan fakkaatanii ummata dhiiga boosisaa kan jiran miseensooni OPDO waggoota digdamaaf laftii Oromoo yeroo saamamuu, qoote buulaan Oromoo lafa(Qabeenya) isaa irraa arri`amee kadhaaf yeroo saaxxilamuu, akkasuumas boossonii naannoo Oromiiyyaa irraa jiruu diinaan yeroo guubatuu fi lafaraa baduu akka Oromoo tokkootti dirqama isaan irraa egamuu bahuu mannaa, badii seenaan hin-iraafanee hojjachaa as gahaani jiruu.
Yeroo amma Oromooni mana hiidhaa adda addaa keessa argaman (keessumayuu baratooni univarsiitti) baayyeen isaanii lammiidhuuma ofiin dabarfamanii kan keenamani dha. Qabsoon ummata Oromoo yeroo gabaabaa keessatti gara injjiiffanoo fi biliisuummaatti jijjiiramuun isaa kan hinafnee tahuu isaa namnii kammiyyuu huubachuu qabaa. Injjiiffannoon ykn biliisuumaan kan argamuu immoo qabeenya ummata saammachuun osso hin ta`iin warreeggama guddaa kaffalamee ta`uu isaa ifa dha. Kana immoo haarra ummata ofii warii midhaa jiran miseensonii DH.D.U.O huubachuu qabuu. Calqabuumaan dhaabnii DH.D.U.O dhaaba gabruumaa jala kan jiruu dha, kana jeechaan miiseensooni dhaaba kanaa tokkoo tokkoon isaanii gabruumaa jala jiruu jeecha dha. Oromuummaan yakka ta`ee ykn ammo gaaffiin mirga oromuummaa waliin wal-qabatu yakka ta`ee yeroo lakkaawwamuu, Barattooni mana barnootaa fi bakkeewwan hojii irraa sababa tokkoo malee ABO jedhamanii yeroo hidhaman, akka saba Oromoo tokkootti booru dabareen kan keenyaa tahuu danda`aa jeedhanii yaadu isaan irraa jiraa turee. Maaliif jeene yoo of gaafanees mootumaan TPLF wara isa tajaajilaniifis akka hin taane ilaalaa waan jirruuf. Kanaan duura lammii ofii dabarsaa keenaa kan tuuran hoogganooni DH.D.U.O haarra essa akka jiran huundumtu keenyaa nii beeknaa. Alagaan yoomiyuu taanan alagaa dha. Ummata ofii diinaaf dabarsanii keenu irraa saba ofii waliin hirriiranii mirga sarbamnee deebisiissuuf soocho`uu akkasuumas biliisumaaf qabsaa`uudhaan ummata keessaniif seenaa badii osso hin ta`iin seena jagnuumaa seena hiniiraafatamnee hojjachuun dirqama lammuummaa keessan bahuu isiin irra jiraa.
Ergaa kana dabarsuuf bareefama dheeraa bareesuun barbaachisaa mitti. Kanaan duurras yeroo addaa addaa namooni Oromoo ta`aanii badii ummata Oromoo irraa raawwachaa jiraniif beekaas ta`ee osso hin beekin goocha isaan raawwacha jiran irraa akka of quusatan sana darbeesi qabsoo keessa hirmaachuun dirqama lammuumaa akka ba`aan bareefamaanis ta`ee karaa addaa addaa ergaan isaaniif darbaa tuure. Kanaaf bareefama (ergaa)xiqqoo kana duubbisuun of jijjiiruun ni danda`aama. Dhummaratiis ergamtoota diinaa osso hin ta`iin ergamtoota ummata keessan taatanii seena hindarbiine akka hojjatan abdii qabnaa.
Injjiifanoo Ummata Oromoof!!
Kiyyaa Gonfaa