Saturday, July 5, 2014

Walitti Bu’iinsa Hdhattoota Wayyaanee fi Humna Hin Beekamne Jidduutti Ta’een Magaalli Jimmaa Raafama Keessa Seente.

Adoolessaa 4,2014 Guyyaa har’aa godina Jimmaa Magaalaa Jimmaa keesatti Poolisootni sirna Wayyaanee Kora bittinneessaa Jedhamuun beekaman humna hin beekamneen haleelaman.Haala kanaan Nammotni hedduun Madaa’uun Poolisiin sirna Wayyaanee tokkos battalatti ajjeefamera Polisootni sirna Wayyaanee tajaajilan maqaa kora bittinneessaa jedhamuun beekaman magaalaa Jimmaa naanna’uun sodaa fi yaaddoo mootuummaan Wayyaanee keessa lixee jiruun poolisootaa hafanii fi uummata naannichaa keessatti soda guddaa galchaa jiru.
Haalli kun itti fufee sochii barattoota Oromoo fi qonnaan bultoota Oromooti sababaa jedhuun keellaalee ykn ittisa bahaa fi galma magaalaa irratti uumata nagaan deemu mara sakatta’a cimaan akka deemsisaa jiran gabaasi qeerroo godinichaa addeessa.
Kana malees Polisoota Kora bittinneessaa Wayyaanee daandii Finfinnee irran Magaalaa Jimmaatti seensisuu irratti ramadamanii jiran irraatti humni hin beekamnee tarkaanfii haleellaa Fudhateen poolisoota Wayyaanee haleeluun tokko irra battalatti ajjeesuun kannee kan sadii immoo akka malee madeeffamuun gabaafama.Walitti dhukaasa sa’atii muraasaaf tureen namootni hedduun akka madaa’an beekamee jira.
Humni hin beekamne kun guyyaa har’a ganama keessaa sa’aatii 9:30WD  irratti galma Magaalaa Jimmaa kellaa guddicha Magaalaa Jimmaa seensa irratti argamu irratti kan fudhatame ta’us haala kana irraa ka’uun yeroo amma kanatti magaalaan Jimmaa raafama guddaa keessa seentee jiraachuu qeerroon gabaasa isaan addeessa.

Walitti Bu’iinsa Hdhattoota Wayyaanee fi Humna Hin Beekamne Jidduutti Ta’een Magaalli Jimmaa Raafama Keessa Seente.

Adoolessaa 4,2014 Guyyaa har’aa godina Jimmaa Magaalaa Jimmaa keesatti Poolisootni sirna Wayyaanee Kora bittinneessaa Jedhamuun beekaman humna hin beekamneen haleelaman.Haala kanaan Nammotni hedduun Madaa’uun Poolisiin sirna Wayyaanee tokkos battalatti ajjeefamera Polisootni sirna Wayyaanee tajaajilan maqaa kora bittinneessaa jedhamuun beekaman magaalaa Jimmaa naanna’uun sodaa fi yaaddoo mootuummaan Wayyaanee keessa lixee jiruun poolisootaa hafanii fi uummata naannichaa keessatti soda guddaa galchaa jiru.
Haalli kun itti fufee sochii barattoota Oromoo fi qonnaan bultoota Oromooti sababaa jedhuun keellaalee ykn ittisa bahaa fi galma magaalaa irratti uumata nagaan deemu mara sakatta’a cimaan akka deemsisaa jiran gabaasi qeerroo godinichaa addeessa.
Kana malees Polisoota Kora bittinneessaa Wayyaanee daandii Finfinnee irran Magaalaa Jimmaatti seensisuu irratti ramadamanii jiran irraatti humni hin beekamnee tarkaanfii haleellaa Fudhateen poolisoota Wayyaanee haleeluun tokko irra battalatti ajjeesuun kannee kan sadii immoo akka malee madeeffamuun gabaafama.Walitti dhukaasa sa’atii muraasaaf tureen namootni hedduun akka madaa’an beekamee jira.
Humni hin beekamne kun guyyaa har’a ganama keessaa sa’aatii 9:30WD  irratti galma Magaalaa Jimmaa kellaa guddicha Magaalaa Jimmaa seensa irratti argamu irratti kan fudhatame ta’us haala kana irraa ka’uun yeroo amma kanatti magaalaan Jimmaa raafama guddaa keessa seentee jiraachuu qeerroon gabaasa isaan addeessa.

Tuesday, July 1, 2014

Terrortiltalt nordmann risikerer dødsstraff

Terrortiltalt nordmann risikerer dødsstraff

Norske Okello Akuay Ochalla kan bli dømt til døden neste uke.

 
 
 TIPS OSS 2400
Savner: Hjemme i Trondheim sitter Nuye (12) og Marho (10) og savner sin far som er fengslet og anklages for terror i Etiopia. I følge Amnesty International og Human Rights Watch risikerer faren dødsstraff. Video: Ole Morten Melgård

Konfliken i Gambella

Delstaten Gambella helt vest i Etiopia har en lang og trøblete historie. Tradisjonelt er det folkegruppen anuaker som har dominert her, men dette er under press fra to sider. 
Etiopiske styresmakter ønsker å svekke anuakenes possisjon og selger land til arabere og kinesere. Det er også flere rapporter om tvangsflytting av andre folkegrupper inn i regionen.
Samtidig har krigen i Sør-Sudan utløst en flyktningestrøm derfra.
Menneskerettighetsgrupper som Human Rights Watch og Amnesty International har rapportert om grove overgrep mot anuaker fra etiopiske soldater og banditter som står i ledtog med disse. Voldtekter og tilfeldige drap er ikke uvanlig.
13. desember 2003, mens Ochalla var delstatspresident, gikk soldater sammen med lokale bøller og bestemte seg for at i dagen var kommet for å utrydde alle anuaker. Tilbake lå flere enn 400 døde og over 1000 hjem ble brent ned.
Anuaker har etablert en geriljaen GPLM (Gambela People's Liberation Movement) som har gjennomført aksjoner- også i hovedstaden Addis Abeba.
(Dagbladet): I forrige uke ble det kjent at en nordmann er tiltalt for terror i Etiopia. Okello Akuay Ochalla (52) skal i følge etiopiske påtalemyndigheter ha samlet inn penger til en geriljagruppe og jobbet for å verve rekrutter. Nå sier både Human Rights Watch og Amnesty International til Dagbladet at situasjonen for nordmannen er enda mer alvorlig enn først antatt.

- Han kan bli dømt til døden, sier Etiopia-kjenner Felix Horne i Human Rights Watch.

Horne kjenner godt til norsk-etiopiske Ochalla, som nå sitter fengslet for terror i Etiopias hovedstad Addis Abeba. I 2003 var han delstatspresident i Gambella fylke vest i landet.

Horne forteller at svært mange av de som blir stilt for retten for terrorisme  i Etiopia ender opp med dødsstraff, men at de ikke har dokumentasjon på at landet henretter sine dødsdømte for tiden. I følge organisasjonen Death Penalty Worldwide sitter det nå minst 123 personer på dødscelle i Etiopia. Siste kjente henrettelse var i 2007.

- Hvis Ochalla blir kjent skyldig i terrorisme, og i å ha forberedt et kupp, er det absolutt grunn til å frykte at han kan bli dømt til døden. Det er ikke noe garanti for at ikke dommen vil bli fullbyrdet, sier Gerald Kador Folkvord i Amnesty International.

Han forteller at åtte angivelige medlemmer av en opprørsgruppe i Gambella ble dømt til døden i fjor.

Massakre

I forrige uke sto kona Obo Adwo Omot fram i Dagbladet og sa at mannen hennes ikke er en terrorist men en politisk opposisjonell.

- Jeg vet ikke om Ochalla hadde terrorhensikter, men det er ingen godt organisert motstand mot den etiopiske sentralmakten i Gambella. Alle som motsetter seg regimet blir stemplet som terrorist, sier Horne.

Da Ochalla var president i Gambella gjennomførte etiopiske soldater alliert med banditter enmassakre der mer enn 400 ubevæpnede mennesker ble drept med kuler og macheter. Mer enn tusen hjem ble brent den dagen - 13. desember 2003. Ofrene tilhørte Ochallas folkegruppeAnuakene.

Han flyktet like etter til Sør-Sudan og kom seg videre til Norge som flyktning. Sammen med familien bosatte han seg i Trondheim og i 2009 ble han norsk statsborger.

Men i 2012 var han så frustrert over situasjonen i Gambella at han reiste tilbake til regionen. Det skulle han nok ikke ha gjort, for i vinter en gang stormet sør-sudanesiske sikkerhetsstyrker angivelig et hotellrom i Juba der de arresterte nordmannen og noen av hans venner. Alle ble utlevert til Etiopia.

Tortur

Nå sitter han fengslet uten at noen har sikker informasjon om hvordan det står til med nordmannen.

- Å sitte fengslet i Etiopia for terror er ingen kjære mor. Det er stor fare for tortur, sier Horne.

I følge den etiopiske avisa The Reporter er rettssaken mot Ochalla og sju andre berammet til 1. juli. Dagbladet har forsøkt å få denne datoen bekreftet fra den etiopiske ambassaden i Stockholm, men har ikke lykkes. Heller ikke Human Rights Watch eller den norske ambassaden i Etiopia har sikker informasjon om når rettssaken starter.

Utenriksdepartementet vil ikke svare på hvordan de ser på at en ny norsk statsborger står i fare for å bli dømt til døden. Fra før sitter Joshua French dødsdømt i Kongo og Shahid Azim er dømt til døden for voldtekt og drap i Pakistan.

- Så langt har vi ikke fått bekreftet informasjon om tiltale, strafferamme eller dato for rettsak, sier UDs kommunikasjonssjef Frode O. Andersen til Dagbladet.

Alvorlig


Horne i Human Rights Watch sier det er svært viktig at norske myndigheter nå gjør to ting for å sikre rettighetene til Ochalla:

• Kreve å få besøke ham i fengselet og se med egne øyne hvordan det står til med ham. 
• Kreve å få følge rettssaken når den starter.

- Ambassaden har rettet gjentatte henvendelser til etiopiske myndigheter for å få informasjon i saken og for å få tilgang til å besøke vedkommende i fengsel. Disse henvendelsene har så langt ikke ført frem. Fra UDs side ser vi alvorlig på at vi så langt ikke har blitt gitt tilgang til denne fengslede norske statsborgeren, sier Andersen.
I denne artikkelen

Monday, June 30, 2014

OPDOn Oromiyaa Lafa Waloo Taasisuuf Irra Deebii’ee Waadaa Isaa Haaromsaa jira!

Baarentuu Gadaa Irraa | Waxabajjii 29, 2014
Dhaabni waggoottan 23 darbaniif wayyaanee jala fiigun ummata Oromoo saamsiisaa, hiisisaa, dararasiisaa fi ajjeechisiisaa turee fi jiru OPDOn  afaanin akka mootummaa feedaraalaa wayyaaneen gaggeeffamaa jiru keessatti bakka guddaa qabuu haa hololu malee dhaaba bakka  takkalleen hin qabne tahuun beekamaa dha. OPDOn murna hojii ergamtummaaf wayyaaneedhaan umame tahuun isaa beekamaa ta’us yeroo ammaa kana ammoo caalaatti diinummaa ummata Oromoorraa qabu ifatti mirkaneessaa jira. Akkuma beekamu waggoottan 23 darabniif hojiin ijoon miseensoonni OPDO warri garaaf bulee fi ergamuu amaleeffate hojjeechaa turan ennaa wayyaaneen Oromiyaa saamtu faana deemanii daandii saamichaa itti agarsiisuu dha. Sabboontota mirga ummata isaaniif qabsa’an akka ajjeefamaniif qabanii kennuu fi yeroo barbaadanis hojii ergamtummaa isaaniirratti amanamoo tahuu agarsiisuuf jecha dhalataa Oromoo ajjeesuu dha, dararanii dararsiisuu dha. Yakka isaan waggoottan 23 darban raawwatan dhiifnee yakkuma ajjeechaa fi hidhaa barattoota Oromoo harka duwwaa mirga abbaa biyyumaa isaanitiif falmaa jiran irratti dhiheenya kana raawwachaa turanii fi jiran yoo ilaalle ergamuttummaa isaanii bira darbee diinummaa isaanii caalaatti mirakaneessa.
Murni ergamtoota wayyaaneetiin gutame kun tibba kana ergamaa wayyaanee kan maqaaf Pireezidaantii naannoo Oromiyaa jedhamu Muktaar Kadirii sabboontotaa fi barattoota Oromoo ajjeesisuu, hiisisuu fi akka dararaman gochuu keessatti adda durummaan hiriiree jiru ofundura oofuun daawwannaa gaggeessaa tureera. Daawwannaan ergamtoota wayyaanee kun kan irratti xiyyeeffate Invastinmentii naannoo Oromiyaatti babalachaa jiruu fi bu’aa inni ummataa fide gamaggamuu kan jedhuu dha. Daawwannaa kanaaniis ergamtoonni ummata Oromoof diina innikaa tahaa jiran kun naannawa Finfinnee fi Adaamarra marsaa turan.
Marsaa kanaanis warshaalee adda addaa fi Qonnaa Habaaboo abbootii qabeenyaa Tigree, Amaaraa, Paakistaan, Arabaa, Turkii,  Chaayinaa, Hindii fi kanneen biroo magaalaa Duukam, Sulultaa, Sabbataa, Buraayyuu, Laga Xaafoo, Bishooftuu, Adaamaa fi kanneen biroo keessatti qonnaan bulaa Oromoo beenyaa malee buqqisuun dhaabbatan daawwachaa turaniiru.
Hubadhaa invastimentiin warshaalee fi qonnaa Habaaboo adda addaa kun %99 ol kan Oromootii mitii. Hunduu kanuma warra wayyaanee waliin hidhata qabanii ti.
Kan caalaattii dubbii hammeessaa jiruu fi ummata Oromoo rakkoo adda addaaf saaxilaa jiru abbootiin qabeenyaa ummata Oromoo saamanii duroomaa jiran kun Oromoo tahuu dhabuu isaanii qofaa miti. Qabeenya ummata Oromoo saamanii argatan kanaan warshaalee fi industroota ijaaran keessatti lammiilee Oromoo naannoo sanii qaxaruu diduu isaanii ti. Abbootiin qabeenyaa kun namoota kuma hedduuttii lakkaawwaman ajaja wayyaaneetiin Tigraayii fi naannoo Amaaraatirraa fidaniiti hojii humnaarraa hanga ogeessa isa olaanatti qaxaranii hojjisiisaa jiru.
Injnariin Oromoo yunivarstii bahee dhakaa kobilstonii jedhamu soqaa oola. Namni keessa hin beeknee fi dhugaa jiru gadi fageenyaan hin xinxalle warshaalee fi qonnaaleen habaaboo qannaan bulaa Oromoo buqqisuun ijaaraman kanarraa ummanni Oromoo waan fayyadamu itti fakkaachuu danda’a. Namni halaala ejjetee ilaalu yoo hojjetaa kuma hedduu warshaalee kanarraa bahaniif galan argu O! dargaggeessi fi shammarran Oromoo hedduun hojii argatan jechuu danda’a. dubbiin garuu faallaa kanaa ti.
Jilli hattootaa fi saamtootaa kun dhugaa kana dhoksuu fi ummannii Oromoo kan irraa fayyadamaa jiru fakkeessuuf Gaazeexeessitoota TV fi Raadiyoo  of jalaan deemaa ture.  Gaazeexeessitoonni bidden itti tahee rakkatan kunis invastimentiin akka naannoo Oromiyaatti babalattee fi guddatee oduu fi qophiilee adda addaatiin nuuf himaa turan. Duchumatti Naannoon Oromiyaa akka guddina invastimantii kanarraa fayyadamaa jirtu holoolaa turan. Gaafii ashuuraa ykn qaraxa abbootii qabeenyaa kanarraa sassaabbamu eenyutu fudhata? Hojjeetaan kumaataman lakkawwamu kan wasrhaalee kana keessa hojjetu eessaa gara naannoo Oromiyaa dhufee hojjechaa jira jedhuuf deebii hin qaban. Gaafii ilmaan Oromoo miliyoonaan lakkaawwaman kan baratanii hojii-dhablee ta’anii taahan osoo jiranuu maaliif dhalattoonni biraa dursa naannoo Oromiyaatti argatu jedhuuf deebiin hin jiru. Oromoo meqaatu Tigraayi Maqalee dhaqee carraa hojii saamaa jira? Oromoo meeqaatu  naannoo Amaaraa Bahaar Daari dhaqee carraa hojii qooddataa jira? Ykn argachaa jira gaafiin jedhu akka ka’u hin barbaadan. Dhalataan Oromoo hojii barbaada mitii Ispoortiifuu naannoo Amaaraa dhaqee akka eenyummaa isaatiin arrabsamee gale hunduu quba qaba.
Midiyaan wayyaanee waan fedhees jedhee holoolu Muktaar Kadir diina innikkaa saba Oromoo ta’e kan garaaf bultoota akka isaa jaleewwan wayyaanee hiriirsee daawwannaa maqaa jedhuun dhamahaa ture faayidaa Oromiyaa fi ummanni Oromoo invastimentii irraa argattu jabbeessuuf ykn cimsuuf miti.
Daandii dhalataan Oromoo caalaatti warshaalee fi industroota naannoo Oromiyaatti qonnaan bulaa Oromoo buqqisuun babalatan kanaarraa argatu jabeessuufis miti. Kaayyoon isaa lafa Oromoo ciree abbootii qabeenyaa kanatti gurguruuf haala mijeessuuf tahuun ifaa dha.
Midiyaaleen  akka TV,fi Raadiyoo Oromiyaa  akkasumas TV  wayyaanee jedhaman “Kaayyoon daawwannaa kanaa Invastimentii jajjabeessuun, fayyadama ummataa  caalaatti cimsuuf” jedhanis kaayyoon ijoon  daawwannaa Muktaar Kadirii fi  ergamtoota biroo  qonnaan bulaa Oromoo buqqisanii gaafii lafa bababalifachuu abbootiin qabeenyaa dhalattoo Tigraayi, Amaaraa, Chaayinaa Faakistaan, Hindii, saa’udii, Turkii fi kanneen biroo kaasaa jiran deebisuuf haala mijeessuu dha. Xumura daawwannaa kanarraatti walgahii/ marii / waxabajjii 21 bara 2014 abbootii qabeenyaa ummata Oromoo buqqisaa fi saamaa  turanii fi jiran kanaa fi ergamtoota wayyaanee  OPDOta gidduutti taasifameenis kan mirkanaawe kanuma.
Marii  badii saamtootaa fi ergamtootaa  Muktaar Kadirin durfaman kana gidduuttii Adaamaatti waxabajjii 21 bara 2014 taa’amee kanaan abbootiin qabeenyaa dhalattoota Tigraayii fi kanneen isaan waliin hidhata qaban lafa baballinaa gaafataniiru. Invastimentii keenya baballisuu waan barbaannuuf qonnaan bulaa buqqisaatii lafa warshaa fi qonna habaaboo itti babalifannu nuuf kennaa jedhaniiru. Kantiiboota magaalaa warra lafa hin kenninu jedhanirrattis akka tarkaanfiin hatattamaa fudhatamu Muktaarii fi ergamtoota isa waliin turaniif gaafii dhiheessaniiru.
Ergamtichi Muktaaris qaanii fi sodaa tokko malee akka qonnaan bulaa Oromoo buqqisee abbootii qabeenyaa jalee  fi waayiloota wayyaanee tahan kanaaf  kennu waadaa galeera. Kun immoo ifatti OPDOn diina innikkaa, ummata Oromoo diinaaf dabarsee kennuuf dhaabbate ta’uu isaa caalaatti muldhiseera. Diina akkanaa; diina biyya Oromiyaa jedhamtu dhabamsiisee, Oromoo biyya dhablee godhee Oromiyaa biyya waloo taasissuuf carraaqaa jiru kana ammoo ummannii Oromoo callisee laaluu hin qabu. Qabsoo isaa; FDG calqabee finiinsee itti fuufuun ergataas ergamaas mana isaa keessaa haxaayee baasuuf irree tokkoon diddaa isaa haga bilisummaatti daran finiinsuu qabaan dhaamsa keenya!

Wednesday, June 25, 2014

Ethiopians In South Africa Protest Rights Abuses Back Home

451167072June 24, 2014 (Haberler) — About two thousand Ethiopian nationals protested in Pretoria on Tuesday to demand the South African government intervene to stop alleged human rights violations in Ethiopia.
“We the Oromo community in the Republic of South Africa humbly request the South African government, the African Union and European Union to use their good office to persuade the Ethiopian government to stop violations of human rights and killing of peaceful demonstrators,” organizer Abdurrahman Musa Jibro told the protesters.
According to Jibro, the Tigrean Peoples Liberation Front (TPLF), a party that comes from the Tigrean ethnic group, has ruled Ethiopia for two decades.
He claimed that the TPLF had denied basic human rights and fundamental freedoms to the Oromo and other communities in Ethiopia.
“Their unwillingness to address basic demands of the people has recently caused popular uprising all over the country,” he said.
Jibro claimed that under the TPLF rule, human rights violations have intensified against the Oromo who make up about 45 percent of Ethiopia’s total population.
“Don’t kill Oromo People, Don’t kill Ogaden People,” protesters chanted as the convener spoke.
Jibro also questioned the agenda of the controversial “Addis Ababa master plan expansion”, which recently sparked protests by university students in Oromia regional state.
“The Ethiopian government’s response to these peaceful demonstrations and strikes has been brutal, marked with unwarranted cruelty,” he alleged.
He went on to say that many peaceful demonstrators were killed and thousands arrested across Oromia.
“We are gathered here today to condemn the killings of innocent civilians, and the detention of thousands of our compatriots by the Ethiopian regime simply for peaceful protesting against the violation of their human rights and suppressing of democratic rights” Jibro told the crowd.
Most of the Protesters carried placards which read, “Oromia not for sale”, “Stop killing Oromo students” and “Ogaden Darfur of Ethiopia”.
Protesters also handed over a memorandum to Melisizwe Bleki, an official from the office of President Jacob Zuma in which they called on the South African government and the international community to press the Ethiopian government to stop relocation of residents from their own lands and villages.
The memo also wants the international community to bring those responsible for the death of civilians to justice.
“Release all detained demonstrators and political prisoners immediately and unconditionally” the memo reads.
-Ogaden solidarity-
The Oromo protesters were joined in solidarity by their counterparts from the Ogaden region of Ethiopia, whose people are ethnic Somalis who claim they are similarly oppressed by the Ethiopian government.
For over 100 years, the Ogaden region has remained a center of conflict, as Somalis there have fought to secede from Ethiopia and establish their own country.
“Our people joined the protest to support our Oromo brothers and sisters, because we face a similar problem in Ethiopia,” Mohamed Dahir, chairman of South Africa’s Ogaden community, told Anadolu Agency.
Hajji Swaib, an elderly protester, also called for international intervention to stop what his described as Ethiopian violations against his people.
“We hope the international community will help us to stop what the Ethiopia government is doing to its own citizens,” he said.
He said he had fled from his home in Ogaden because of alleged abuses meted on his people and family by Ethiopian government troops.
“We want Justice that’s all we are asking for,” he said.
By Hassan Isilow

Friday, June 20, 2014

Washington State Senators write to Secretary of State John Kerry about ‪#‎OromoProtests

letter_to_kerry_summary
letter_to_kerry_full

Wednesday, June 11, 2014

Mass Grave of Oromos Executed by Govt Discovered in Eastern Oromia

June 10, 2014
hamreesa5(Freedom for Oromia) — According to sources, a confrontation between residents and Ethiopian government officials broke out on June 9, 2014, over a mass grave discovered at the former Hameressa military garrison near Harar city, eastern Oromia.
The mass grave is believed to contain remains of political prisoners executed during both the Dergue era and the early reigns of the current TPLF regime. Among those who were executed and buried in the location was Mustafa Harowe, a famous Oromo singer who was killed around early 1990′s for his revolutionary songs. Thousands more Oromo political prisoners were kept at this location in early 1990′s – with many of them never to be seen again.
The mass grave was discovered while the Ethiopian government was clearing the camp with bulldozers to make it available to Turkish investors. Upon the discovery of the remains, the government tried to quietly remove them from the site. However, workers secretly alerted residents in nearby villages; upon the spread of the news, many turned up en mass to block the removal of the remains and demanded construction a memorial statue on the site instead. The protests is still continuing with elders camping on the site while awaiting a response from government.
In addition to the remains, belongings of the dead individuals as well as ropes tied in hangman’s noose were discovered at the site.
———————
Lafeen ilmaan Oromoo bara 1980moota keessa mootummaa Darguutin, baroota 1990moota keessa ammoo Wayyaaneen dhoksaan kaampii waraanaa Hammarreessaa keessatti ajjeefamanii argame. Ilmaan Oromoo mooraa san keessatti hidhamanii booda ajjeefaman keessa wallisaan beekamaan Musxafaa Harawwee isa tokko. Musxafaa Harawwee wallee qabsoo inni baasaa tureef jecha qabamee yeroo dheeraaf erga hiraarfamee booda toora bara ~1991 keessa ajjeefame. Hiraar Musxafaarra geessifamaa ture keessa tokko aara wallee isaatirraa qaban garsiisuuf muka afaanitti dhiibuun a’oo isaa cabsuun ni yaadatama.
Baroota 1990moota keessas Oromoonni kumaatamaan tilmaamaman warra amma aangorra jiru kanaan achitti hidhamanii, hedduun isaanii achumaan dhabamuun yaadannoo yeroo dhihooti.
Haqxi dukkana halkaniitiin ajjeesanii lafa jalatti awwaalan kunoo har’a rabbi as baase. Dhugaan Oromoo tun kan amma as bahe, mootummaa kaampii waraanaa kana diiguun warra lafa isaa warra Turkiitiif kennuuf osoo qopheessuuf yaaluti. Lafee warra dhumee akkuma arganiin dhoksaan achirra gara biraatti dabarsuuf osoo yaalanii hojjattonni ummata naannotti iccitii san himan. Ummanniis dafee wal-dammaqsuun bakka sanitti argamuun ekeraan nama keenyaa akka achii hin kaafamneefi siidaan yaadannoo akka jaaramu gaafachaa jiran.
Hamma feetes turtu dhugaan Oromoo awwaalamtee hin haftu.
One of the remains, believed to of Musxafa Harawee, an Oromo singer, who was kill by TPLF
hamreesa6
hamreesa7
hamreesa
hamreesa1
hamreesa2
hamreesa3
hamreesa4
hamreesa8